Maqaa Oromoo
  • 1.5 MB

    Dateigröße

  • Android 4.0+

    Android OS

Über Maqaa Oromoo

Appilikeeshiniin kun maqaawwan heddu kan qabuufi maqaa moggaasuu danda'a.

Akkuma beekkamu namni hunduu erga dhalatee maqaa barbaada. Yeroo heddu maqaa kan moggaasu maatiidha. Maatiin immoo maqaa hunda maqaa ta’eef jecha cal jedhee namatti hin moggaasu.

-Aappilikeeshinni kunis akka maatiin ijoollee isaaniif maqaa gaggaarii eenyummaa isaanii calaqqisu, kan oromummaa isaanii ibsu haala salphaa ta’een akka filataniif qarqaara. Applikeeshiniin bilbiloota ‘android’ MAQAA OROMOO jedhamu kun maqaawwan Oromoon ilmaan isaatti moggaafatu heddu bakka tokkotti walitti qabee haala bareedaadhaan isiniif dhiheesseera. Kana malees Applikeeshiniin kun haala salphaa ta’een banamee kan itti fayyadamuun danda’amuudha.

Mehr anzeigen

What's new in the latest 3.0

Last updated on 2019-02-17
-UI Improved
-bugs fixed
Mehr anzeigen

Videos und Screenshots

  • Maqaa Oromoo Plakat
  • Maqaa Oromoo Screenshot 1
  • Maqaa Oromoo Screenshot 2
  • Maqaa Oromoo Screenshot 3
  • Maqaa Oromoo Screenshot 4
  • Maqaa Oromoo Screenshot 5
  • Maqaa Oromoo Screenshot 6
  • Maqaa Oromoo Screenshot 7

Alte Versionen von Maqaa Oromoo

APKPure Zeichen

Superschnelles und sicheres Herunterladen über die APKPure-App

Ein Klick zur Installation von XAPK/APK-Dateien auf Android!

Download APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies