About Yaadannoo
Yaadsnnoon Fayyadamaa ykn App Afaan Oromootiin.
Fayyadamaa ykn App Yaadannoo Afaan Oromootiin.
Fayyadamaan kun, yaadannoolee adda addaa kan guyyaa guyyatti nu mudachuu danda'an Afaan Oromootiin
osoo hin rakkatin ykn nu dhibee gargaarsa hin barbaadin, yaadannoowwan nu barbaachisan haala
salphaan walitti qabachuuf nu fayyada.
Akkasumammoo, Guddinna Afaan kun gama hundaan tattaafachaa jiruufis gahee olaanaa qaba.
Kanaafuu, Fayyadamaa(App) kana fayyadamuun waan keenya haa cimsannuu.
Galatoomaa
Abdiisaa Bancaa Jaarraa
What's new in the latest 1.0
Last updated on Jun 6, 2016
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Yaadannoo APK Information
Safe & Fast APK Downloads on APKPure
APKPure uses signature verification to ensure virus-free Yaadannoo APK downloads for you.
Old Versions of Yaadannoo
Yaadannoo 1.0
1.1 MBJun 6, 2016

Super Fast and Safe Downloading via APKPure App
One-click to install XAPK/APK files on Android!