Hisnul Muslim Afaan Oromoo
Acerca del Hisnul Muslim Afaan Oromoo
Hisnul Muslim Afaan Oromoo Kitaaba Azkaaraa
Hisunul musulmán kitaaba Azkaara Afaan Oromoo kan bilbila (mobaayila) harkaaf hojjatameedha. Du'aa fi Zikiriilee yeroo adda addaatti jedhaman bifa ammayyaawaan kan de keessatti qabateedha. Hisnul Muslim Afaan Oromoo buufadhaa itti faayyadamaa.
● Zikrii Ganamaafi Galagalaa
● Yeroo Huccuu uffatan
● Yeroo Wuduu'a godhatan
● Yeroo Masjiida deeman, Yeroo seenan fi Yeroo bahan.
● Yeroo Mana fincaanii seenanifi bahan
● Yeroo Hirriiba
● Yeroo Aazaanaa
● Yeroo Salaataa
● Yeroo Qur'aanaa
● Wayita Rakkoo
● Du'aa'ii Ijoolleedhaf
● Dhukkubsataa
● Du'a / Janaazaa
● Qilleensa / Rooba
● Soomaafi Baatii
● Nyaataaf Dhugaatii
● Fuudhaaf Heeruma
● Hajjii fi Umraa
● Axxiffoo
● Imala fi kkk .. de keessaa qaba.
Novedades más recientes 3.0
Información de Hisnul Muslim Afaan Oromoo APK
Versiones Antiguas de Hisnul Muslim Afaan Oromoo
Hisnul Muslim Afaan Oromoo 3.0
Hisnul Muslim Afaan Oromoo 1.0
Alternativa de Hisnul Muslim Afaan Oromoo
Descarga rápida y segura a través de APKPure App
¡Un clic para instalar archivos XAPK/APK en Android!