Ciencias generales de 8.° grado
Esta aplicación está diseñada para ayudar al estudiante a aprender ciencias generales en el grado 8. App'n kun Saayinsii waligalaa kutaa 8ffaa waan ta'eef namni tokko yeroo hundaa kitaaba baate bakka bakkaatti socho'uun waan rakkisuu danda'uuf garuu app yoo fayyadamee bakka fedheetti fayyadamuu ni danda'a jechuun app'n kun qophaa'u danda'ee jira. Isiniis itti fayyadamuun nama bu'aa irra argattu isin haa taasisu yoo gaaffis yaada qabdu ta'e immoo nu dubbisuu hin dagattinna. Waan fayyadamtanniif galanni crispa guddaadha.