Usar la aplicación APKPure
Obtener Xahaaraa fi Salaata versión histórica en Android
Barumsa Akkaataa Xahaaraa fi Salaataa
Salaanni utubaa islaamaati. Salaata sadarkaan isii haalaan guddoo taate tana namni hundi barachuun dirqama. kanuma sababeeffachuun App kana keessatti barnoota xahaaraafii salaataa bal'inaan dhiheessinee jirra. App'n kun Afaan Keenya kan Oromootiin waan qophaaweef ummanni Keenya dubbisanii irraa barachuun laafaadha. keessaayuu barattootafi namoota haaraa kara islaamummaa dhufan baay'ee faayyada.Presentado por
Erasyl Bertysbaev
Requisitos
Android 5.0+
Categoría
Reportar
Last updated on 02/05/2024
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Xahaaraa fi Salaata
6.0 by K Technologies
02/05/2024