Informazioni su Macaafa Qulqulluu
I libri dell'Antico e del Nuovo Testamento in Afan Oromo
Afan Oromo Bible per il tuo dispositivo Android!
App biblica bella e intuitiva con fantastiche funzioni essenziali:
- Opzione di selezione del libro griglia / elenco
- Versetti di riferimento a comparsa che aiutano nello studio della Bibbia
- Pizzica per ridimensionare
- Tocca due volte per la modalità di lettura a schermo intero
- Modalità buio (notte)
- Versetto dei segnalibri
- Evidenzia versi
- Prendi appunti sui versi
- Condividi i versi usando SMS, telegrammi, messenger, ... e altre piattaforme di condivisione
- Copia versi
- e molti altri
Scarica oggi e porta la tua Bibbia con te ovunque tu vada!
Macaafa Qulqulluu
Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inn dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan can beekamu year 21aaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har'a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (dispositivo mobile) tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga'ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!
L.Dr. Tasgara Hirpo
Robsan Mako
Sviluppato da Waktola Merdassa
waktolam@gmail.com
Amajjii, 2020
What's new in the latest 1.0.4
Informazioni sull'APK Macaafa Qulqulluu
Vecchie versioni di Macaafa Qulqulluu
Macaafa Qulqulluu 1.0.4
Macaafa Qulqulluu Alternativa
Download super veloce e sicuro tramite l'app APKPure
Basta un clic per installare i file XAPK/APK su Android!