Oromo Fun Games:Tapha Ijoollee

Oromo Fun Games:Tapha Ijoollee

  • 2.0 MB

    ファイルサイズ

  • Android 3.0+

    Android OS

このOromo Fun Games:Tapha Ijoolleeについて

Oromo Fun Three Games Tapha Ijoollee, Afaan Oromoo

Oromo Fun Games:Tapha Ijoollee

How to Play Yaa quruph koo! Game

Tapha ijoolleen yeroo adda addati taphatan keessaa tokko “Yaa quruph koo!” dha.

Yeroo haasawaamu immoo idoo idootii nijijirama isaa keessaa tokko haa fudhanu,

Tokko akkan jadha gaffata “Yaa quruph koo!” isa tokkon jadha.

Innis akka kanaa jadha “Quruph!” jadhe debiisa.

Taphota ijoollee Oromoo kessaa isaa gudaa qabata garuu yeroo amatii idoo tokko tokkoti hafa dhufera.

Nutiis addaa kenya ittii fufiisiisuf harika wal qabane hakanu.

How to Play Jimmaa jimmiitee Game

Tapha ijoolleen galgala taphatan keessaa tokko Jimmaa jimmiitee dha.

Yeroo haasawaamu immoo idoo idootii nijijirama isaa keessaa tokko haa fudhanu,

Tokko akkan jadha “Jimmaa jimmiitee” isa tokkon jadha.

Innis akka kanaa jadha “Jijim!” jadha.

Taphota ijoollee Oromoo kessaa isaa gudaa qabata garuu yeroo amatii idoo tokko tokkoti hafa dhufera.

Nutiis addaa kenya ittiifufiisiisuf harika waliqabane hakanu.

How to Play the Tokko Maal? Game

Tapha ijoolleen galgala taphatan keessaa tokko Tokko Maal? dha.

Yeroo haasawaamu immoo idoo idootii nijijirama isaa keessaa tokko haa fudhanu,

Tokko akkan jadha gaffata “Tokko Maal?” isa tokkon jadha.

Innis akka kanaa jadha “Tokkeen tokkichuma” jadhe debiisa.

Taphota ijoollee Oromoo kessaa isaa gudaa qabata garuu yeroo amatii idoo tokko tokkoti hafa dhufera.

Nutiis addaa kenya ittiifufiisiisuf harika waliqabane hakanu.

You can share your favorite on Facebook, Twitter, WhatsApp, Viber and other social media sites with your friends and followers.

If you want to send via SMS (Text Message) then it's also possible with this app. With the easy navigation of this app, you can navigate copy and share with your loved ones.

Once downloaded it works Offline.

Please rate our app in the Google Play store.

Thank you for downloading,

OROMNET Software and Application Development PLC, Nekemtie, Ethiopia

もっと見る

最新バージョン 1.0 の更新情報

Last updated on 2015年08月23日
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
もっと見る

ゲームプレイとスクリーンショット

  • Oromo Fun Games:Tapha Ijoollee ポスター
  • Oromo Fun Games:Tapha Ijoollee スクリーンショット 1
  • Oromo Fun Games:Tapha Ijoollee スクリーンショット 2
  • Oromo Fun Games:Tapha Ijoollee スクリーンショット 3
  • Oromo Fun Games:Tapha Ijoollee スクリーンショット 4
  • Oromo Fun Games:Tapha Ijoollee スクリーンショット 5
  • Oromo Fun Games:Tapha Ijoollee スクリーンショット 6
  • Oromo Fun Games:Tapha Ijoollee スクリーンショット 7

Oromo Fun Games:Tapha Ijoolleeの旧バージョン

APKPure アイコン

より多くのゲーム報酬と割引を得るためにAPKPureアプリをダウンロードしてください

Android で XAPK/APK ファイルをワンクリックでインストール!

ダウンロード APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies