Mengenai Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa
Kitaaba afaan oromoo kutaa 5ffaa
App'n kun Afaan Oromoo kutaa 5ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.
Boqonnaawwaan apl gurguddoon daripada hiraames
Hiriyyummaa
Quulqullina dhuunfaa
Guddifachaa
Nageenya tiraafikaa
Kunuunsa bosonaa
Miidhaa araadaa
Nyaata aadaa oromoo
Kunuunsa bineensotaa
Ispoortii aadaa
Afoola
Jechibsoo
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
Jika anda mempunyai sebarang cadangan, sila beritahu saya.
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
Terima kasih!
What's new in the latest 1.5
Bugs have been resolved, ensuring a stable and reliable experience.
Performance has been boosted, delivering noticeable improvements in speed and responsiveness.
Ads have been removed, creating a distraction-free environment.
The user interface has been revamped, making it more intuitive and user-friendly.
Maklumat APK Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa
Versi lama Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa
Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa 1.5
Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa 1.4
Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa 1.3
Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa 1.2

Muat Turun Super Pantas dan Selamat melalui Apl APKPure
Satu klik untuk memasang fail XAPK/APK pada Android!