Our website uses necessary cookies to enable basic functions and optional cookies to help us to enhance your user experience. Learn more about our cookie policy by clicking "Learn More".
Accept All Only Necessary Cookies

เกี่ยวกับ Ibsaa Jireenyaa

Ibsaa Jireenyaa เป็นไลท์ไลท์ที่มีจุดมุ่งหมายเพื่อแสดงให้มนุษย์เห็นถึงความสุข

Maqaan duraa Aplikeeshinii kana "Jireenya Badhaatu" dha Ergasii gara "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti, dhama'uu fi raata'uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade, afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun เฟอร์มาต้า guddaudda Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira Sammubani.com jireenya keessatti eessarraa ka'anii eessa deemu akka qaban, Kaayyoon ilma namaa maal akka ta'e fi dukkana keessaa ifatti akkamitti akka bahan tooftaa fi furmaata sirriitti fayyadama kaa "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin, Wanta isaan irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha, hqa akka hin argine nama taasisa Kanaafu, haqa arguuf sammuu fi ija bani, nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati.

Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta’a Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:

-Barruulee mallattoo ‘บันทึก t tuquun boodarra“ Barruu olkaa'ame” keessaa ออฟไลน์ dubbisuu

-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seein aplikeeshini kana irratt argachuu

-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa“ ค้นหา” keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu

-Karaa barbaadaniin barruu raabsu (แชร์โกชู) fi kan biroo

Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha Wanta itti dabalamuu fi irraa hir'itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha

Dabalataaf waa'ee fi kaayyoo websaayiti kanaa baruuf: https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa

มีอะไรใหม่ใน 16.03 เวอร์ชันล่าสุด

Last updated on Dec 14, 2018

Converting sammubani.com to app

กำลังโหลดการแปล...

ข้อมูล แอป เพิ่มเติม

เวอร์ชันล่าสุด

ส่งคำขออัปเดต Ibsaa Jireenyaa 16.03

อัปโหลดโดย

بسام حمص

ต้องใช้ Android

Android 4.0.3+

แสดงเพิ่มเติม

Ibsaa Jireenyaa ภาพหน้าจอ

กำลังโหลดความคิดเห็น...
ภาษา
สมัครสมาชิก APKPure
เป็นคนแรกที่เข้าถึงการเปิดตัวข่าวและคำแนะนำเกี่ยวกับเกมและแอพ Android ที่ดีที่สุด
ไม่เป็นไรขอบคุณ
ลงชื่อ
สมัครสมาชิกสำเร็จ!
ตอนนี้คุณสมัครเป็นสมาชิก APKPure
สมัครสมาชิก APKPure
เป็นคนแรกที่เข้าถึงการเปิดตัวข่าวและคำแนะนำเกี่ยวกับเกมและแอพ Android ที่ดีที่สุด
ไม่เป็นไรขอบคุณ
ลงชื่อ
ความสำเร็จ!
ตอนนี้คุณสมัครรับจดหมายข่าวของเรา