在APKPure安全快速地下載APK
APKPure 使用簽章驗證功能,確保為您提供無病毒的 Akkaataa Salaata Nabiyyii APK 下載。
Akkaataa Salaata Nabiyyii (s.a.w)
Akkaataa Salaata Nibiyyichaa sirna Wuduu'aa waliin qophaaye。 Barumsa gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (saw) ibsuudhaaf qophaayedha。 Gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe。
Kunis akka namni argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (saw) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi。 Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan:“akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa。”布哈里圖加巴斯。