Our website uses necessary cookies to enable basic functions and optional cookies to help us to enhance your user experience. Learn more about our cookie policy by clicking "Learn More".
Accept All Only Necessary Cookies
GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN 圖標

6.0 by Ethiomapps


2022年08月17日

關於GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN

Gorsa 40點法力值,sirressuf nugargaaran。

"Namoonni baay’een ani beeku jireenyi maatii isaanii sababa xixiqqoodhaan diigameen arga. Sababni xixiqqoon kun akkamitti jireenya maatii kabajamaa kana akka kanatti diiga jechuun baay’ee natti dhaga’ama ture. Sababni isaa maali jechuu yeroon gadi fageenyaan yaadu inni guddaan maatiin sun kan sodaa Rabbii irratti ijaarame ta’uu dhabuudha. Fakkeenyaaf jalqabuma yeroo gaa’ila isaaniitiin duraa gurbaafi intalli karaa Rabbiin dhorge baay’ee irratti wal qunnamu. Yeroo nikaan hidhamus wantoota sharii’aa faallessan lakkoofsa hin qabnetu raawwatama. Inni guyyaa cidhaa immoo waan dubbatamee dhumuu miti. Akka Sheekhni tokko jedhanitti sharii’aan ummata keenya biratti kan inni hojiirra oolu hanga guyyaan cidhaatiifi du’aa dhufutti. Yeroo ciini dhufe ajajni Rabbii hunduu diigamee wanti Rabbiin hin jaallanne hunduu hojjatama. Muuziiqaan, isheen heerumtu qullaa manaa bahuun, marii (miizee) jedhanii warra fira hin taane fira fakkeessanii ajaja Rabbii diiguun, bosona adda addaa deemanii waan Rabbiin jibbu meeqaatama achitti dalaguun, qarshiin hammana hin jedhamne achitti gubamee dhumuun, yaa Allaah isa kamin dubbadhee isa kam dhiisa! Yaa Ummata Islaamaa Rabbiin isinitti haa ta’u! Garuu silaa yaa ummata keenya yeroo gammachuu Rabbiin yaadannaan Rabbiinis guyyaa rakkoo keenyaa nu yaadata ture. Mee ummanni guyyaa har’a wal fuudhu badii heddu irratti wal qunname akkamumatti jireenyi isaa fuulduraa milkaa’aa ta’a? Wallaahii jireenya haara galfiifi boqonnaa ta’uu hin danda’u. Kun tasumaa hin yaadamu. Kun mindaa wal madaaluu miti. Mindaan wal madaalu warra ajaja Rabbii irraa gara gale Rabbiin jireenya dhiphoo isa jiraachisuudha. Yoo irra keessi isaa gaarii fakkaatee mul’atellee keessi isaa yoomuu gaarii hin ta’u. " barressaa kitaabicha. Waluma galattii gorsonni afurtaman mana keenyaa haala sharia'aan Islaama jallatuu fi gargarsa Rabbittiin rakkoolee dangaa Rabii darbuun dhufaan ofirraa maqsuuf nugargaara. Galatani guddaan kan Rabbii tokkichaa yeroo ta'uu barressaa keeny Gaaliis Rabbii si irraa haqebalu jechaa, Islam House fi hunda keenyaaf Du'aii nuuf godha.

最新版本6.0更新日誌

Last updated on 2022年08月17日

Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

翻譯中...

更多應用信息

最新版本

請求 GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN 更新 6.0

上傳者

جواد عماد

系統要求

Android 4.4+

更多

GORSA AFURTAMA KAN ITTIIN MANA SIRREESSAN 螢幕截圖

評論載入中...
訂閱APKPure
第一時間獲取熱門安卓遊戲應用的首發體驗,最新資訊和玩法教程。
不,謝謝
訂閱
訂閱成功!
您已訂閱APKPure。
訂閱APKPure
第一時間獲取熱門安卓遊戲應用的首發體驗,最新資訊和玩法教程。
不,謝謝
訂閱
成功!
您已訂閱我們的郵件通知。