Qubee Afaan Oromoo Sagaleedhaan
Appilikeeshiinnin kun Muuziqaa ykn Sirba Dr Alii Birraa (Barnnootaa Ammas Barnootaa) Jedhuun Kan Taajjabame yoo ta'u Yeroo nuti Qubee qubaan tuqnu sirbicha Dhiisee Qubee Sagaleedhaa jechuun kan barsiisuu fi Sagalee fi Jechoota Muraasa qubee sanarraa uumaman barreeffamaan kan agarsiisuudha.