Faarsaa Cidhaa Mana amantaa ortodooksii
App'n kun faarsaa yeroo cidhaa bakka adda addaatti akka seeraf sirna mana amantaa kiristaanna ortodooksiitti kan qophaa'eefi qindaa'eedha. Ứng dụng kana keessatti dhimma dhuunfaan wal qabsiisnee daata nutti ol sassabnu tokko arae hin jiru. Ứng dụng kana bilisan bilbilaa keessan irratti fe'uun fayyadamu ni dandeessu. App kana fe'uun yoo rakkoon isiin muddatee immoo lakkoofsa bilbilaan yookaan facebook irraan nuu dubbisaa.