关于Og-artiiwwan Kutaa 8ffaa
App'n kun kitaaba og-artiiwwan kutaa 8ffaa bifa salphaan qophaa'edha。
App kana keessatti kitaabni og-artii kutaa 8ffaa waan qindaa'ee isiniif dhiyaattef namni bakkafi yeroon osoo hin dangeeffamiin bifa salphaafi haalla namni boqonnaa tokko irraa boqonnaa biraatti ce'uun itti fayyadamuu danda'u of keessatti qaba。 Kunis immoo app 假名 hunda caalaa filaatama ni taasisa。 Isiniif app 假名 fayyadamuun,barnoota og-artii kitaaba bilbilaa keessan keessatti akka fayyadamtaan isin taasisa。
App'n kun og-artii kutaa 8ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha。 Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu。
App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna。
Boqonnaawwaan gurguddoon 应用程序 kun itti hiraames
胡班努艺术家
丹提提卡拉卡
Haala Qabatamaa Seenaa Fi Aadaa
Hawwannaa Og-aartiiwwanii
Hidhata Og-aartiiwwanii
Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!
如果您有任何建议,请让我知道。
ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።
谢谢!