qubeegeneration.org,Marsariitii(网站)Barnoota Afaan Oromoo Barsiisuudha
Marsariitiin kun Barnoota Afaan Oromoo, Bifa Suursagalee(video tutorial), Barreeffamaan(writtenTutorial) akkasumas Aadaaf Duudhaa Ummata Oromoo kanneen Godinaalee Oromiyaa hunda keessatti argaman barsiisuufi Addunyatti agarsiisuuf kan hundaa'eedha.