Ibsaa Jireenyaa

(Jireenya Badh

16.03 von sammubani
Dec 9, 2018

Über Ibsaa Jireenyaa

Ibsaa Jireenyaa ist das Licht des Lebens, das der Menschheit den Weg zum Glück zeigen soll

Maqaan duraa Aplikeeshinii kana "Jireenya Badhaatu" dha. Ergasii gara "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame. Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha. Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti, dhama’uu fi raata’uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade, afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha. Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira. Sammubani.com Jireenya Keessatti Eessarraa Ka'anii Eessa Deemu Akka Qaban, Kaayyoon Ilma Namaa Maal Akka Ta'e Fi Dukkana Keessaa Ifatti Akkamitti Akka Bahan Tooftaa Fi Furmaata Sirriitti Fayyadamuun Karaa. "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haqaaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi. Abbootin ykn namoonni naannoo haqa irra yoo hin jiraatin, wanta isaan irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha, haqa akka hin argine nama taasisa. Kanaafu, haqa arguuf sammuu fi ija bani, nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati.

Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta’a. Faaydan aplikeeshinin kuni qabu keessaa:

-Barruulee mallattoo "Save" tuquun boodarra "Barruu olkaa’ame" keessaa offline dubbisuu

-Peejii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seenin aplikeeshini kana irratt argachuu

-Jecha wayii mataa gubbaa saanduqa "Suche" keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu

-Karaa barbaadaniin barruu raabsu (Anteil gochuu) fi kan biroo

Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha. Wanta itti dabalamuu fi irraa hir’itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha.

Dabalataaf waa'ee fi kaayyoo websaayiti kanaa baruuf: https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa.

Was ist neu in der neuesten Version 16.03

Last updated on Dec 14, 2018
Converting sammubani.com to app

Zusätzliche APP Informationen

Aktuelle Version

16.03

Von hochgeladen

بسام حمص

Erforderliche Android-Version

Android 4.0.3+

Mehr anzeigen

Use APKPure App

Get Ibsaa Jireenyaa old version APK for Android

Download

Use APKPure App

Get Ibsaa Jireenyaa old version APK for Android

Download

Ibsaa Jireenyaa Alternative

Entdecken