Ibsaa Jireenyaa

(Jireenya Badh

16.03 بواسطة sammubani
09/12/2018

Ibsaa Jireenyaaحول

إبسا Jireenyaa هو ضوء الحياة التي تهدف إلى إظهار الإنسانية السبيل إلى السعادة

مكان درة Aplikeeshinii كانا "Jireenya Badhaatu" دها. Ergasii جارا "إبسا Jireenyaa" jijjirame. Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dufufha. Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti، dhama’uu fi raata’uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti namni bahuu barbaade، afaan isaatiin kitaaba ykn barruu dubbisuun furmaata guddaadha. Websaayitiin sammubani.com kana kaayyoo godhachuun waggootaaf tajaajila irra jira. Sammubani.com jireenya keessatti eessarraa ka'anii eessa deemu akka qaban، kayyoon ilma namaa maal akka ta'e fi dukkana keessaa ifatti akkamitti akka bahan tooftaa in furmaata sirriitti "Sammubani.com" jechuun kan moggaafameef namoonni haaqaf sammuu ofii akka bananii fi ifa arganiifi. Abbootin ykn namoonni naannoo hara irra yo hin jiraatin، wanta isaan irra turan irratti goguun sammuu namaa duucha، haka akka hin argine nama taasisa. Kanaafu ، haca arguuf sammuu fi ija bani ، nama milkaa'u fi gammachuu argatu taatati.

Websaayiti kana gara aplikeeshinitti jijjiruun dubbistootaaf akka salphatu ta’a. فايدان ابليكيشينين كوني قبو كيسا:

-Barruulee mallattoo ‘Save’ tuquun boodarra "Barruu olkaa’ame" keessaa offline dubbisuu

-Pijii Jireenya Badhaatu osoo fesbuuki hin seenin aplikeeshini kana irratt argachuu

-جيشا ويي ماتا غبا صندوق "بحث" keessatti barreessun barruu fedhan keessa barbaadu

-كارا بربادانين بارو راابسو (حصة غوتشو) في كان بيو

Isin dhageefachuu fi yaada keessan fudhachuuf qophiidha. Wanta itti dabalamuu fi irraa hir’itu yoo jiraate yaada keessan nuun gaha.

Dabalataaf waa'ee fi kaayyoo websaayiti kanaa baruuf: https://www.sammubani.com/objective/ daawwadhaa.

تحديث لأحدث إصدار 16.03

Last updated on 14/12/2018
Converting sammubani.com to app

معلومات أكثر ل تطبيق

احدث اصدار

16.03

محمل

بسام حمص

Android متطلبات النظام

Android 4.0.3+

عرض المزيد

Use APKPure App

Get Ibsaa Jireenyaa old version APK for Android

تحميل

Use APKPure App

Get Ibsaa Jireenyaa old version APK for Android

تحميل

Ibsaa Jireenyaa البديل

الاكتشاف