Our website uses necessary cookies to enable basic functions and optional cookies to help us to enhance your user experience. Learn more about our cookie policy by clicking "Learn More".
Accept All Only Necessary Cookies
Seenaa Iisaa (Iyyasus) Zeichen

8.0 by K Technologies


May 2, 2024

Über Seenaa Iisaa (Iyyasus)

Seenaa Iisaa (Iyyasus) fi Dhugaan Yommuu ifa bahu

Iisaan (Iyyasuus) nabiyyi kabajamaa fi sadarkaa guddaa qabuudha. Rabbiin haala addaatiin akka dhalatu ist eine taasise. Haati isaa Mariyam amala gaarii fi toltu hojjachuun beekkamti. Mariyam mana amantiin beekkame keessatti tan dhalattee fi xiqqeenya irraa jalqabuun ibaada irratti tan guddatteedha.

App kana keessatti seenaa Iisaa fi Mariyam akkasuma gaaffileefi qabxiileen ijoo ta'an bal'inaan keessatti kaafamee jira.

Qabxiilee App kana keessatti hammataman irraa:

- Seenaa Nabii Iisaa fi Haadha isaa.

- Iisaan (Iyyasuus) siree daa'imummaa keessaa yommuu dubbatu

- Dhugaan Yommuu Ifa bahu.

-Isaan gara Samii Ol-Fuudhamuu.

- Eenyutu yeroo jalqabaatif "Iisaan (Iyyasuus) ilma waaqayyooti (gooftaati)" jedhe.

- Iyyasuus (nageenyi isarratti haa jiraatu) gooftaas miti ilma Gooftaatis miti

- Ragaalee Iisaan (Aleyh Salaam) itti bu’uu Agarsiisan.

- Maaliif Iisaan qofti akka bu'uu fi nabiyyiin biraa akka hin buune godhamee?

- Adabbii Namoota „Iisaan (Iyyasuus) gooftaadha ykn ilma Gooftaati“ jedhanii.

Übersetzung wird geladen...

Zusätzliche APP Informationen

Aktuelle Version

Seenaa Iisaa (Iyyasus) Update anfordern 8.0

Von hochgeladen

Haci Gulli

Erforderliche Android-Version

Android 5.0+

Available on

Erhalt Seenaa Iisaa (Iyyasus) auf Google Play

Mehr anzeigen

Was ist neu in der neuesten Version 8.0

Last updated on May 2, 2024

Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

Mehr anzeigen

Seenaa Iisaa (Iyyasus) Screenshots

Kommentar wird geladen...
Sprachen
Abonnieren Sie APKPure
Erhalten Sie als der Erste den Zugang zu Vorabversionen, Neuigkeiten und Anleitungen der besten Android-Spiele und -Apps.
Nein, danke
Anmeldung
Erfolgreich abonniert!
Sie haben jetzt APKPure abonniert.
Abonnieren Sie APKPure
Erhalten Sie als der Erste den Zugang zu Vorabversionen, Neuigkeiten und Anleitungen der besten Android-Spiele und -Apps.
Nein, danke
Anmeldung
Erfolg!
Sie sind jetzt unseren Newsletter abonniert.