Our website uses necessary cookies to enable basic functions and optional cookies to help us to enhance your user experience. Learn more about our cookie policy by clicking "Learn More".
Accept All Only Necessary Cookies
Seenaa Iisaa (Iyyasus) simgesi

8.0 by K Technologies


May 2, 2024

Seenaa Iisaa (Iyyasus) hakkında

Seenaa Iisaa (Iyyasus) fi Dhugaan Yommuu ifa bahu

Iisaan (Iyyasuus) nabiyyi kabajamaa fi sadarkaa guddaa qabuudha. Rabbiin haala addaatiin akka dhalatu isa taasise. Haati isaa Mariyam amala gaarii fi toltu hojjachuun beekkamti. Mariyam mana amantiin beekkame keessatti tan dhalattee fi xiqqeenya irraa jalqabuun ibaada irratti tan guddatteedha.

App kana keessatti seenaa Iisaa fi Mariyam akkasuma gaaffileefi qabxiileen ijoo ta'an bal'inaan keessatti kaafamee jira.

Qabxiilee Uygulaması:

- Seenaa Nabii Iisaa fi Haadha isaa.

- Iisaan (Iyyasuus) efendimiz daa'imummaa keessaa yommuu dubbatu

- Dhugaan Yommuu Ifa bahu.

- Iisaan gara Samii Ol-Fuudhamuu.

- Eenyutu yeroo jalqabaatif "Iisaan (Iyyasuus) ilma waaqayyooti (gooftaati)" jedhe.

- Iyyasuus (nageenyi isarratti haa jiraatu) gooftaas miti ilma Gooftaatis miti

- Ragaalee Iisaan (aleyh salaam) itti bu'uu Agarsiisan.

- Maaliif Iisaan qofti akka bu'uu fi nabiyyiin biraa akka hin buune godhamee?

- Adabbii Namoota “Iisaan (Iyyasuus) gooftaadha ykn ilma Gooftaati” jedhanii.

Çeviri Yükleniyor...

Ek UYGULAMA Bilgileri

En Son Sürüm

Güncelleme Seenaa Iisaa (Iyyasus) İste 8.0

Yükleyen

Haci Gulli

Gereken Android sürümü

Android 5.0+

Available on

Seenaa Iisaa (Iyyasus) Google Play'den İndirin

Daha Fazla Göster

En son sürümde yeni olan 8.0

Last updated on May 2, 2024

Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!

Daha Fazla Göster

Seenaa Iisaa (Iyyasus) Ekran görüntüleri

Yorum Yükleniyor...
Diller
APKPure'a abone olun
En iyi Android oyunlarının ve uygulamalarının ilk sürümüne, haberlerine ve rehberlerine ilk erişen kişi olun.
Hayır, teşekkürler
Üye olmak
Başarıyla abone oldu!
Şimdi APKPure'ye abone oldunuz.
APKPure'a abone olun
En iyi Android oyunlarının ve uygulamalarının ilk sürümüne, haberlerine ve rehberlerine ilk erişen kişi olun.
Hayır, teşekkürler
Üye olmak
Başarı!
Şimdi bültenimize abone oldunuz.