Afaan Oromoo Kutaa 11ffaa

Afaan Oromoo Kutaa 11ffaa

  • 37.3 MB

    Tamaño de archivo

  • Android 5.0+

    Android OS

Acerca del Afaan Oromoo Kutaa 11ffaa

Aplicación de Android de libro de texto para estudiantes Afaan Oromoo de grado 11

Esta aplicación se creó y diseñó específicamente para que los estudiantes de grado 11 tengan su libro de texto en su teléfono móvil. Si desea leer más sobre todos los contenidos de este libro, puede leerlo.

App'n kun Afaan Oromoo kutaa 11ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyadamuuf dhamatti isa hin barbaachisu.

App kana si'a takka bilbilaa ofii irratti erga bufnee booda interneetii waan hin barbaachifneef namni baadiyaa jiruus ta'ee kan magaalaa jiru salphaa irraa bu'aa ni argataa jenne yaadna.

Boqonnaawwaan gurguddoon aplicación kun itti hiraames

Afaan Akkamitti Jalqabame?

Garasuu Dhukii (Abbaa Booraa)

Namootaafi Bineensota

Hirmaannaa Dubartootaa

Eenyu Haafuudhu?

Addunyummaa

Industiriifi Sochii Tuuriizimii Addunyaa

Barumsa Addaan Kutuu

Injifannoo Walmorkii Olompikii.

Kan Mana Baasan Manaa Nama Baasa

Og Walaloo

Bifa Jireenya Hawaasa Sirna Gadaa

Interpiraayizoota Daldaala Xixiqqaa.

Balaa Beelaa Biyyoota Addunyaa 3ffaa Keessatti.

Faaya Mormaa

Xalayaa Barreessuu.

Madda Odeeffannoo

Jechibso

Yaadas yoo ta'ee gaaffii qabduu tannaan nu dubbisaa!

Sí tiene alguna sugerencia, por favor hágamelo saber.

ማንኛውም አስተያየት ካለዎት እባክዎ ያሳውቁኝ።

¡Gracias!

Mostrar más

Novedades más recientes 1.7

Last updated on 2024-06-03
Version 1.7 is a significant step forward:
Bugs have been addressed, eliminating glitches and errors.
Performance has been optimized, enhancing overall speed and efficiency.
Ads have been eradicated, providing an ad-free user experience.
The user interface has been streamlined, improving usability and accessibility.
Mostrar más

Vídeos y capturas de pantalla

  • Afaan Oromoo Kutaa 11ffaa para Trailer oficial Android
  • Afaan Oromoo Kutaa 11ffaa captura de pantalla 1
  • Afaan Oromoo Kutaa 11ffaa captura de pantalla 2
  • Afaan Oromoo Kutaa 11ffaa captura de pantalla 3
  • Afaan Oromoo Kutaa 11ffaa captura de pantalla 4
  • Afaan Oromoo Kutaa 11ffaa captura de pantalla 5
  • Afaan Oromoo Kutaa 11ffaa captura de pantalla 6
  • Afaan Oromoo Kutaa 11ffaa captura de pantalla 7

Versiones Antiguas de Afaan Oromoo Kutaa 11ffaa

APKPure icono

Descarga rápida y segura a través de APKPure App

¡Un clic para instalar archivos XAPK/APK en Android!

Descargar APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies