Acerca del Arbaiina

Kitaaba haadiisa Arbaiina Nawaawii

jedhamu kuni irra filatamaa kitaabban gaggabaabaa hadiisaa

keessa isa tokko. Abbaan isa qopheesses sheekha guddaa

beekamaa abuu zakariyyaa yahyaa sharafuddiin annawaawiyyii

jedhama. Rabí irraa haajaalatu. Akkana jechuun nama

beekamaatu kitaaba beekama ummata muslimaatiif gumaache

jechuudha.ustaaz gaalii abba boor carraaqa jabaa godhee afaan

keenya afaan oromootti hiikee akka ummanni keenya hadiisa

ergamaa Rabbii mi’aawaa kana afaan isaatiin dubbisee hubatu

dios.

Mostrar másMostrar menos

Descarga rápida y segura a través de APKPure App

¡Un clic para instalar archivos XAPK/APK en Android!

Descargar APKPure