Over Arbaiina

Kitaaba haadiisa Arbaiina Nawaawii

jedhamu kuni irra filatamaa kitaabban gaggabaabaa hadiisaa

keessa isa tokko. Abbaan is een qopheesses sheekha guddaa

beekamaa abuu zakariyyaa yahyaa sharafuddiin annawaawiyyii

jedhama. Rabbi irraa haajaalatu. Akkana jechuun nama

beekamaatu kitaaba beekama ummata muslimaatiif gumaache

jechuudha.ustaaz gaalii abba boor carraaqa jabaa godhee afaan

keenya afaan oromootti hiikee akka ummanni keenya hadiisa

ergamaa Rabbii mi'aawaa kana afaan isaatiin dubbisee hubatu

godhe.

Meer InfoMinder Info

Supersnel en veilig downloaden via de APKPure-app

Eén klik om XAPK/APK-bestanden op Android te installeren!

Downloaden APKPure