Afaan Oromoo Baradhaa

Afaan Oromoo Baradhaa

Abdisa Jara
Jun 17, 2016
  • 2.5 MB

    Taille de fichier

  • Android 2.2+

    Android OS

À propos de Afaan Oromoo Baradhaa

Appilikeeshiinni kun Seerluga Afaan Oromoo kan barsiisuudha

It is Mobile application used to teach how any body through out the world can read, write and speak Afan Oromo in Grammatical way. So that, this application plays its great role for the development of Afan Oromo Language.

Afaan Oromoo Mobile Appilikeeshiiniin kan hojjatameef Ummatni Oromoo Hundi Addunyaa guutuu irra jiran Bakka Jiranitti Seerluga Afaan isaanii sirri hubachiisuun, Namni kamuu waan fedhe seeraan barreessuu, dubbisuu fi dubbachuu akka danda'u ni taasisa Jedhameeti.

Kanaafuu hundi keenya Afaan Kenya sirritti Beekuun Dirqama, Sababnisaa:

AFAAN MALLATTOO DHA!

Voir plus

What's new in the latest 1.3

Last updated on 2016-06-18
Appilikeeshiina kana keessatti Barreeffamni hedduun sirrateera, qabiyyeen tokko tokkos itti dabalameera, barreeffamni tokko tokko cinaa tokkoo hanga cinaa kaanii gahuun hin muldhannes keessatti sisiqanii barreeffamaniiru, akka hubannoof tolutti tarreeffameera.
Voir plus

Vidéos et captures d'écran

  • Afaan Oromoo Baradhaa Affiche
  • Afaan Oromoo Baradhaa capture d'écran 1
  • Afaan Oromoo Baradhaa capture d'écran 2
  • Afaan Oromoo Baradhaa capture d'écran 3

Vieilles versions de Afaan Oromoo Baradhaa

APKPure icône

Téléchargement super rapide et sûr via l'application APKPure

Un clic pour installer les fichiers XAPK/APK sur Android!

Téléchargement APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies