Mengenai Afaan Oromoo Baradhaa
Appilikeeshiinni kun Seerluga Afaan Oromoo kan barsiisuudha
It is Mobile application used to teach how any body through out the world can read, write and speak Afan Oromo in Grammatical way. So that, this application plays its great role for the development of Afan Oromo Language.
Afaan Oromoo Mobile Appilikeeshiiniin kan hojjatameef Ummatni Oromoo Hundi Addunyaa guutuu irra jiran Bakka Jiranitti Seerluga Afaan isaanii sirri hubachiisuun, Namni kamuu waan fedhe seeraan barreessuu, dubbisuu fi dubbachuu akka danda'u ni taasisa Jedhameeti.
Kanaafuu hundi keenya Afaan Kenya sirritti Beekuun Dirqama, Sababnisaa:
AFAAN MALLATTOO DHA!
What's new in the latest 1.3
Last updated on 2016-06-18
Appilikeeshiina kana keessatti Barreeffamni hedduun sirrateera, qabiyyeen tokko tokkos itti dabalameera, barreeffamni tokko tokko cinaa tokkoo hanga cinaa kaanii gahuun hin muldhannes keessatti sisiqanii barreeffamaniiru, akka hubannoof tolutti tarreeffameera.
Maklumat APK Afaan Oromoo Baradhaa
Muat turun APK Selamat & Cepat di APKPure
APKPure menggunakan pengesahan tandatangan untuk memastikan muat turun APK Afaan Oromoo Baradhaa tanpa virus untuk anda.
Versi lama Afaan Oromoo Baradhaa
Afaan Oromoo Baradhaa 1.3
2.5 MBJun 17, 2016
Afaan Oromoo Baradhaa 1.2
2.5 MBDec 23, 2015
Afaan Oromoo Baradhaa 1.1
1.6 MBAug 24, 2015

Muat Turun Super Pantas dan Selamat melalui Apl APKPure
Satu klik untuk memasang fail XAPK/APK pada Android!