AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

Ethiomapps
Mar 2, 2021
  • 4.1 MB

    Ukuran file

  • Android 4.0.3+

    Android OS

Tentang AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

Akkaataa Salaata Nabiyyichaa (saw) wuduu waliin barreeffamaan kan qopha'ee

Jechoolee gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (saw) ibsuudhaaf kaa'amteedha. Ishee gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe. Kunis akka namni ishee argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (saw) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa." Bukhaariitu gabaase. Ibsa isaa gara nama dubbisuuttin dhiheessa.

Appii waa'ee salaataa ilaalchisee kun kan lammaffaa yeroo ta'uu innii jalqabaa fakkii waliin kan ta'ee dha. Haata'uu malee appii kun tartiiba isaa ibsaa gagabaafi ifaa ta'ee dari kessattii kan qabatee dha. Hayyamaa mirgaa barreffamaa ilaalchise Rumah Islam kan nuuf eyyammee yeroo ta'uu. Dubbistoonni ammoo du'aii kessaaniin nuun hinrafatinaa.

Tampilkan Selengkapnya

What's new in the latest 5.0

Last updated on Mar 2, 2021
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Tampilkan Selengkapnya

Video dan tangkapan layar

  • AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( poster
  • AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( screenshot 1
  • AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( screenshot 2

Versi lama AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

ikon APKPure

Pengunduhan Super cepat dan aman melalui aplikasi APKPure

Sekali klik untuk menginstal file XAPK/APK di Android!

Unduh APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies