AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

Ethiomapps
Mar 2, 2021
  • 4.1 MB

    Bestandsgrootte

  • Android 4.0.3+

    Android OS

Over AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

Akkaataa Salaata Nabiyyichaa (saw) wuduu waliin barreeffamaan kan qopha'ee

Jechoolee gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (saw) ibsuudhaaf kaa'amteedha. Ishee gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe. Kunis akka namni ishee argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (saw) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa." Bukhaariitu gabaase. Ibsa isaa gara nama dubbisuuttin dhiheessa.

Appii waa'ee salaataa ilaalchisee kun kan lammaffaa yeroo ta'uu innii jalqabaa fakkii waliin kan ta'ee dha. Haata'uu malee appii kun tartiiba isaa ibsaa gagabaafi ifaa ta'ee van kessattii kan qabatee dha. Hayyamaa mirgaa barreffamaa ilaalchise Islam House kan nuuf eyyammee yeroo ta'uu .Dubbistoonni ammoo du'aii kessaaniin nuun hinrafatinaa.

Meer Info

What's new in the latest 5.0

Last updated on Mar 2, 2021
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Meer Info

Video's en screenshots

  • AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (-poster
  • AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( screenshot 1
  • AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( screenshot 2

AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( APK -informatie

Laatste versie
5.0
Android OS
Android 4.0.3+
Bestandsgrootte
4.1 MB
Ontwikkelaar
Ethiomapps
Veilige en snelle APK Downloads op APKPure
APKPure gebruikt handtekeningverificatie om virusvrije AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( APK downloads voor u te garanderen.

Oude versies van AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

APKPure-icoon

Supersnel en veilig downloaden via de APKPure-app

Eén klik om XAPK/APK-bestanden op Android te installeren!

Downloaden APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies