Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

Curious Learning
Jul 10, 2020
  • 42.8 MB

    Ukuran file

  • Android 4.1+

    Android OS

Tentang Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

Tapha barnootaa kan ijoolleen akka dubbisuu dandeettu gargaaru!

Bulguu Nyaachisii'n bu'uroota dubbisuu ijoollee barsiisa. Tapha keessatti, ijoolleen killee guuruudhaan qubee fi jechoota nyaachisuudhaan killeelee hiriyyoomfatu!

Ijoolleen qubee addaan baafachuu baratu, fi jechoota kaasuu fi dubbisuu. Tapha kana taphachuun, ijoolleen barnootaan cimoo tahu, akkasuma jechoota sassalphoo dubbisuuf qophii tahu. Ijoolleen keessan akka baratanii fi milkaawan barbaanna!

Bulgicha Nyaachisii 100% bilisa. Takka fe'amnaan, Intarneetni sin barbaachisu! Dhaabbiilee barnootaa bu'aa-malee CET, Apps Factory, fi Curious Learning jedhamaniin hojjatame.

Iccitummaa:

Poolisii Iccitummaa Barnoota Xiinxallii – Bulgicha Nyaachisi

Barnoota Xiinxallii akka ijoolleen hunduu mobaayila irratti barachuu danda'an dandeessisuuf hojjanne. Iccitummaan ijoollee fi maatii isaaniitiif barbaachisaa tahuu ni hubanna. Fuulli kun odeeffannoo akkam akka sassaabnu, akkamitti akka fayyadamnu, fi tiikfama isaa akkatti eegsifnu siif ibsa.

HOJUMAATONNI BARNOOTA XIINXALLII ODEEFFANNOO AKKAM SASSAABU?

Odeeffannoo akkaataa lamaan sassaabna: hujumaata keessaa maal akka fayyadamtuu fi yeroo hujumaata irratti cuqaaftu sassaabna, fi iddoo hujumaanni keenna itti fayyadamamu baruuf iddoo ati jirtu ni barra. Odeeffannoo dhuunfaa kan sii fi ilma kee rakkoof saaxilu kan akka maqaa fi lakkoofsa bilbilaa hin sassaabnu.

BARNOONNI XIINXALLII ODEEFFANNOO SASSAABU AKKAMITTI FAYYADAMA?

Daataa hujumaata keessaa hujumaata keenya fooyyessuu fi iddoo hujumaanni keenya itti fayyadamamu baruuf sassaabna. Fakkeenyonni akkaataa itti daataa kee fayyadamnu hangi tokko isaan asii gadiiti:

Qo'attoota akkaataa hujumaata barnootaaf itti fooyyeffamu qo'ataniif ni hirra. Bu'aan qo'annoo kanaa barsiisotaa fi qo'attootaaf gama konfaransootaa fi maxxansamaan ni raabsama.

Daataa argannu hubannotti jijjiiruuf ni sakattaana, fakkeenyaaf, hujumaata keessaa tapha kamtu irra taphatamaa baruuf.

BARNOONNI XIINXALLII AKKAMITTI SIIF ODEEFFANNOO KEE TIIKSA?

Hujumaanni Barnoota Xiinxallii odeeffannoo dhuunfaa saaxiloo tahan hin sassaaban.

Akkaataa itti itti fayyadamnu sarvaroota keenyarra keenya, Fulbaana 2017 irraa eegalee Amazon kaahamu.

Qo'attoonni kun daataa kanneen argachuuf walii-galtee gamtummaa kan poolisii itti-fayyadamiinsa daataa fi nagummaa dataa Barnoota Xiinxallii wajjiin mallatteessuu qabu.

QUUNNAMTII

Gaaffii, dhimmama, yk yaada poolisii iccitummaa kanarratti yoo qabaatte, maaloo [email protected] irratti nu quunnami.

-----

Feed The Monster mengajarkan anak-anak dasar-dasar membaca di Oromo. Kumpulkan telur monster dan beri mereka huruf agar mereka bisa tumbuh menjadi teman baru!

APA ITU FEED THE MONSTER?

Feed The Monster menggunakan teknik 'bermain untuk belajar' yang telah terbukti untuk melibatkan anak-anak dan membantu mereka belajar membaca. Anak-anak senang mengumpulkan dan memelihara monster peliharaan sambil belajar dasar-dasar membaca.

DOWNLOAD GRATIS, TANPA IKLAN, TANPA PEMBELIAN DALAM APLIKASI!

Semua konten 100% gratis, dibuat oleh lembaga literasi non-profit Curious Learning, CET, dan Apps Factory.

FITUR GAME UNTUK MENINGKATKAN KETERAMPILAN MEMBACA:

• Teka-teki fonik yang menyenangkan dan menarik

• Permainan menjiplak huruf untuk membantu membaca dan menulis

• Game memori kosakata

• Level "hanya suara" yang menantang

• Laporan kemajuan orang tua

• Login multi-pengguna untuk kemajuan pengguna individu.

• Monster yang bisa dikoleksi, berevolusi, dan menyenangkan

• Dirancang untuk meningkatkan keterampilan sosio-emosional

• Tidak ada pembelian dalam aplikasi

• Tanpa iklan

• Tidak perlu koneksi internet

DIKEMBANGKAN OLEH AHLI UNTUK ANAKMU.

Permainan ini didasarkan pada penelitian dan pengalaman bertahun-tahun dalam ilmu literasi. Ini menggabungkan keterampilan utama untuk literasi, termasuk Kesadaran Fonologis, Pengenalan Huruf, Fonik, Kosakata, dan Membaca Kata Penglihatan sehingga anak-anak dapat mengembangkan dasar yang kuat untuk membaca. Dibangun dengan konsep merawat kumpulan monster, game ini dirancang untuk mendorong empati, ketekunan, dan perkembangan sosio-emosional anak-anak.

Tampilkan Selengkapnya

What's new in the latest 103

Last updated on 2020-07-10
Families policy update.
Tampilkan Selengkapnya

Gameplay dan tangkapan layar

  • Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro poster
  • Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro screenshot 1
  • Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro screenshot 2
  • Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro screenshot 3
  • Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro screenshot 4
  • Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro screenshot 5
  • Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro screenshot 6

Versi lama Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

ikon APKPure

Unduh Aplikasi APKPure untuk mendapatkan lebih banyak hadiah dan diskon game

Sekali klik untuk menginstal file XAPK/APK di Android!

Unduh APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies