Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

Curious Learning
Jul 10, 2020
  • 42.8 MB

    Saiz Fail

  • Android 4.1+

    Android OS

Mengenai Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

Tapha barnootaa kan ijoolleen Akka dubbisuu dandeettu gargaaru!

Bulguu Nyaachisii'n bu'uroota dubbisuu ijoollee barsiisa. Tapha keessatti, ijoolleen killee guuruudhaan qubee fi jechoota nyaachisuudhaan killeelee hiriyyoomfatu!

Ijoolleen qubee addaan baafachuu baratu, fi jechoota kaasuu fi dubbisuu. Tapha kana taphachuun, ijoolleen barnootaan cimoo tahu, akkasumas jechoota sassalphoo dubbisuuf qophii Tahu. Ijoolleen keessan Akka baratanii fi milkaawan barbaanna!

Bulgicha Nyaachisii'n 100% bilisa. Takka fe'amnaan, Intarneetni dosa barbaachisu! Dhaabbiilee barnootaa bu'aa-Malee CET, Apps Kilang, fi Curious jedhamaniin Learning hojjatame.

Iccitummaa:

Poolisii Iccitummaa Barnoota Xiinxallii - Bulgicha Nyaachisi

Barnoota Xiinxallii Akka ijoolleen hunduu mobaayila irratti barachuu danda'an dandeessisuuf hojjanne. Iccitummaan ijoollee fi maatii isaaniitiif barbaachisaa tahuu ni hubanna. Fuulli kun odeeffannoo Akkam Akka sassaabnu, akkamitti Akka fayyadamnu, fi tiikfama isaa akkatti eegsifnu SIIF IBSA.

HOJUMAATONNI BARNOOTA XIINXALLII ODEEFFANNOO Akkam SASSAABU?

Odeeffannoo akkaataa lamaan sassaabna: hujumaata keessaa maal Akka fayyadamtuu fi yeroo hujumaata irratti cuqaaftu sassaabna, fi iddoo hujumaanni keenna Itti fayyadamamu baruuf iddoo ati jirtu ni barra. Odeeffannoo dhuunfaa kan sii fi Ilma kee rakkoof saaxilu kan Akka maqaa fi lakkoofsa bilbilaa hin sassaabnu.

BARNOONNI XIINXALLII ODEEFFANNOO SASSAABU AKKAMITTI FAYYADAMA?

Daataa hujumaata keessaa hujumaata keenya fooyyessuu fi iddoo hujumaanni keenya Itti fayyadamamu baruuf sassaabna. Fakkeenyonni akkaataa Itti daataa kee fayyadamnu hangi tokko Isaan asii gadiiti:

Qo'attoota akkaataa hujumaata barnootaaf Itti fooyyeffamu qo'ataniif ni hirra. Bu'aan qo'annoo Kanaa barsiisotaa fi qo'attootaaf gama konfaransootaa fi maxxansamaan ni raabsama.

Daataa argannu hubannotti jijjiiruuf ni sakattaana, fakkeenyaaf, hujumaata keessaa tapha kamtu irra taphatamaa baruuf.

BARNOONNI XIINXALLII AKKAMITTI SIIF ODEEFFANNOO KEE TIIKSA?

Hujumaanni Barnoota Xiinxallii odeeffannoo dhuunfaa saaxiloo tahan hin sassaaban.

Akkaataa Itti Itti fayyadamnu sarvaroota keenyarra keenya, Fulbaana 2017 irraa eegalee Amazon kaahamu.

Qo'attoonni kun daataa kanneen argachuuf walii-Galtee gamtummaa kan poolisii Itti-fayyadamiinsa daataa fi nagummaa dataa Barnoota Xiinxallii wajjiin mallatteessuu qabu.

QUUNNAMTII

Gaaffii, dhimmama, yk yaada poolisii iccitummaa kanarratti yoo qabaatte, maaloo [email protected] irratti sekarang quunnami.

-----

Feed Monster ini mengajar kanak-kanak asas-asas membaca dalam Oromo. Mengumpul telur raksasa dan memberi makan kepada mereka surat supaya mereka boleh berkembang menjadi kawan-kawan baru!

APAKAH FEED MONSTER INI?

Feed Monster menggunakan terbukti 'bermain untuk belajar' teknik untuk melibatkan kanak-kanak dan membantu mereka belajar membaca. Kanak-kanak menikmati mengumpul dan berkembang raksasa haiwan sambil belajar asas-asas membaca.

PERCUMA DOWNLOAD, NO ADS, NO DALAM PEMBELIAN APP!

Semua kandungan adalah 100% percuma, dicipta oleh bukan keuntungan celik Learning Curious, CET, dan Apps Factory.

PERMAINAN CIRI MENGGALAKKAN KEMAHIRAN MEMBACA:

• Hiburan dan menarik fonik teka-teki

• Surat mengesan permainan untuk membantu membaca dan menulis

• permainan memori perbendaharaan kata

• Mencabar "bunyi hanya" peringkat

• laporan kemajuan Ibu Bapa

• Multi-pengguna log masuk untuk kemajuan pengguna individu.

• Collectable, evolvable, dan raksasa yang menyeronokkan

• Direka untuk menggalakkan kemahiran sosio-emosi

• Tiada pembelian dalam apl

• Tiada iklan

• Tiada sambungan internet diperlukan

MAJU DENGAN PAKAR UNTUK ANAK ANDA.

Permainan ini adalah berdasarkan pada tahun penyelidikan dan pengalaman ke dalam ilmu celik huruf. Ia menggabungkan kemahiran utama untuk celik, termasuk Kesedaran fonologi, Surat Penghargaan, Phonics, perbendaharaan kata, dan Sight Reading Word supaya kanak-kanak boleh membangunkan asas yang kukuh untuk membaca. Dibina di sekitar konsep menjaga koleksi raksasa, ia direka untuk menggalakkan empati, ketabahan dan pembangunan sosio-emosi kanak-kanak.

Tunjukkan Lagi

What's new in the latest 103

Last updated on 2020-07-10
Families policy update.
Tunjukkan Lagi

Permainan dan tangkapan skrin

  • Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro penulis hantaran
  • Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro syot layar 1
  • Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro syot layar 2
  • Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro syot layar 3
  • Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro syot layar 4
  • Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro syot layar 5
  • Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro syot layar 6

Versi lama Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

APKPure ikon

Muat turun Aplikasi APKPure untuk mendapatkan lebih banyak ganjaran permainan dan diskaun

Satu klik untuk memasang fail XAPK/APK pada Android!

Muat Turun APKPure
thank icon
Kami gunakan kuki dan teknologi yang lain pada laman web ini untuk menambah baik pengalaman anda.
Dengan klik mana-mana pautan pada halaman ini, anda bersetuju dengan Dasar Privasi dan Dasar Kuki kami.
Baca Yang Selanjutnya