Macaafa Qulqulluu

Macaafa Qulqulluu

Robsan Mako
Feb 9, 2020
  • 4.0

    Android OS

Tentang Macaafa Qulqulluu

Kitab-kitab Perjanjian Lama dan Baru di Afan Oromo

Macaafa Qulqulluu

Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899 ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oroootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Era Digital) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Perangkat seluler) tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ff yaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu ​​nutti dhagaama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!

L.R. Tasgara Hirpo

Robsan Mako

Dikembangkan oleh Waktola Merdassa

[email protected]

Amajji, 2020

Tampilkan Selengkapnya

What's new in the latest 1.0.4

Last updated on Feb 9, 2020
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Tampilkan Selengkapnya

Video dan tangkapan layar

  • Macaafa Qulqulluu poster
  • Macaafa Qulqulluu screenshot 1
  • Macaafa Qulqulluu screenshot 2
  • Macaafa Qulqulluu screenshot 3
  • Macaafa Qulqulluu screenshot 4
  • Macaafa Qulqulluu screenshot 5
  • Macaafa Qulqulluu screenshot 6
  • Macaafa Qulqulluu screenshot 7
ikon APKPure

Pengunduhan Super cepat dan aman melalui aplikasi APKPure

Sekali klik untuk menginstal file XAPK/APK di Android!

Unduh APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies