Macaafa Qulqulluu

Macaafa Qulqulluu

Robsan Mako
Feb 9, 2020
  • 4.0

    Android OS

Macaafa Qulqulluu 정보

아판 오로 모의 구약과 신약

Macaafa Qulqulluu

Onesmus Nesib namni biyya Oromoo bar 1899 ti Macaafa Qulqulluu afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oroootiin ga’ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbiffatu godhe. Waggaa 120 booda, bara digitalaa (Digital Age) jedhamuundhaan kan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan geeddaramaa dhufe. Har’a namni baayyeen waa dubbisuudhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile device)tti fayyadama. Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa Tokkumma Woldootii Oromoo Warra Wangeelaa Awurooppaa Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbisoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiheessinu gammachuu guddaatu nutti dhaga’ama; dubbistanii akka itti eebbifamtanis abdii qabna!

L.Dr. Tasgara Hirpo

Robsan Mako

Developed by Waktola Merdassa

[email protected]

Amajji, 2020

더 보기

What's new in the latest 1.0.4

Last updated on Feb 9, 2020
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
더 보기

비디오 및 스크린 샷

  • Macaafa Qulqulluu 포스터
  • Macaafa Qulqulluu 스크린샷 1
  • Macaafa Qulqulluu 스크린샷 2
  • Macaafa Qulqulluu 스크린샷 3
  • Macaafa Qulqulluu 스크린샷 4
  • Macaafa Qulqulluu 스크린샷 5
  • Macaafa Qulqulluu 스크린샷 6
  • Macaafa Qulqulluu 스크린샷 7
APKPure 아이콘

APKPure 앱을통한매우빠르고안전한다운로드

한번의클릭으로 Android에 XAPK/APK 파일을설치할수있습니다!

다운로드 APKPure
thank icon
사용자 환경을 개선하기 위해 이 웹 사이트의 쿠키 및 기타 기술을 사용합니다.
이 페이지의 링크를 클릭하면 당사의 개인 정보 보호 정책쿠키 정책에 동의하는 것입니다.
더 알아보기