Herrega Zakaa 정보
자카 2.5%
Karaa salpaan zakaa keessan herreguu yoo barbaaddan, appilikeeshinii 'Herrega Zakaa' kana fayyadamuu dandeysu.
Zakaan dirqama nama muslimaa kan qabeenyi isaa gatii Dahaba (Gold) giraama 85 gahu qabu hundaati.
Bu'aan appilikeeshinii kana fayyadamuun argachuu dandeysan:
- Maallaqa qabdurraa zakaaf meeqa baasuu akka qabdu beekuuf
- Dahaba(Ziqaya) fi Meeta(Qarshii) qabdurraa zakaaf meeqa baasuu akka qabdu beekuufi
- Barnoota garaa garaa kan zakaan walqabate karaa salpaatti barachuufi.
Appilikeeshinii 'Herrega Zakaa' kan qoppeyse dhaabbata Milkii Boruu
zakaan walqabatee barnoota (gaafii fi deebisaa) kan qoppeyse Sh Asaboot (Mahammad Ali).
What's new in the latest 1.0.0
Last updated on Aug 26, 2022
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
Herrega Zakaa apk 정보
APKPure에서 안전하고 빠른 APK 다운로드
APKPure는 바이러스 없는 Herrega Zakaa APK 다운로드를 위해 서명 확인을 사용합니다.
Herrega Zakaa의 오래된 버전
Herrega Zakaa 1.0.0
15.3 MBAug 26, 2022