Oromo Islamic Books 정보
Kitaabban Amantii Islaamaa Nama Barsiisan fi 후 바치 아산
Moosaajin 군 Kitaabban Afaan Oromootin Amantii islaamaa Nama barsiisan fi hubachiisan hedduu 칸의 keessatti qabateedha. Namni fedhii dubbisuu qabu kamuu 다운로드 godhee itti faayyadamuu ni danda'a.
Kitaabota Moosajii kana keessatti argaman keessaa muraasa :
● Aqiidaa Tee 카바 두
● Azkaarii Hisnul 무슬림
● Barnoota Salaataa
● Barnoota Dubartii 무슬림
● Aqiidaa Ahlusunnah 발 자마 아
● Ergaa Tokko Qofa!
● Hundee Afran
● Zakaa fi Soomana
● Seera Hajjii fi Umraa
● Qeesichaa fi Sheekicha
● Tafsiira Juuz Ammaa fi Tabaarakaa
Kanneen malee Kitaabonni birootis keessatti ni argamu .. isiniis kitaabota Moosaajii kana irratti nuuf haa dabalamuu jettan Karaa teessoo keenyatiin nuun gahuu dandeessu.
Kitaaboota kana kan walitti qabee bifa kanaan qopheesse obboleessa keessan abdulwasi dha. Barreessitoonni kitaabaa hundi 갈라 타 카부. 랍비 인 Mindaa keessan isiniif haa deebisuu Jazakamullaahu Keyran