Utubaa Amantaa Lite 정보
Keessa Qaba의 Kitaaboota seera Amantaa Ortoodoksii bu'uura godhanii qopha'an.
Utubaan Amantaa Kitaaboota seera Amantaa Ortoodoksii bu'uura godhanii qopha'an of keessa qaba. Qabiyyeen isaanii abbootii kenyaan madaalamee fi sirreeffame kan dhiyaate yoo ta'uu, qunnamtii interneetii malee kan hojjatu dha. Applikeeshiniin kun kitaabota mata duree armaan gadii caqafaman hammata.
Kitaabota Utubaa Amantaa Keessatti Argaman
• 키타부타 카다
• 키타부타 바르누타 아만타
• 소모타 오르투독시이
• Ayyaanota gurguddoo Amantaa Ortoodoksii
• Dubbii qulqullootaa
• Qabsuura Qulqullootaa(신키사아라)
• 파르판나 가라가라
• Gaaffilee fi Deebii Isaanii
Amaloota Applikeeshinii Kanaa
• Dubbisuuf(Fayyadamuuf) qunnamtii interneetii hin gaafatu
• Guyyaa fi galgala(Halkan) dubbisuuf mijataa dha
• Qubee guddisuu ykn Xiqqeessuuf kan gargaaru
• Jechoota barbaaduuf kan gargaaruu "barbaadduun" itti ida'ameera
• Qabiyyeewwan Applikeeshinichaa salphaatti fayyadamuu dandeessisa