Use APKPure App
Get HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo old version APK for Android
Hiibboo jest tradycyjna gra logiczna mózgu ustnej odgrywa Oromowie dla zabawy
Hiibboo jest odpowiednikiem Riddle po angielsku, prawie :) Hiibboo lub Riddle to forma zgadywania, która była częścią folkloru większości kultur od czasów starożytnych. Aplikacja zawiera kilka pytań Hiibboo w języku Afan Oromo.
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo.
Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) tahatamu ta'uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta'an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan „beekte ykn argatte” jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.
Dziękujemy za pobranie,
OROMNET Software and Application Development PLC, Nekemte, Etiopia
Przesłane przez
Christian Camano
Wymaga Androida
Android 4.4+
Kategoria
Raport
Last updated on Nov 1, 2023
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo
3.4 by OromNet Software and Application Development
Nov 1, 2023