Use APKPure App
Get HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo old version APK for Android
Hiibboo eğlenmek için Oromo insanlar tarafından oynanan geleneksel bir ağızdan beyin puzzle oyunu
Hiibboo, İngilizce'deki Riddle'a neredeyse eşdeğerdir :) Hiibboo veya Riddle, eski zamanlardan beri çoğu kültürün folklorunun bir parçası olan bir tahmin oyunu türüdür. Uygulama, Afan Oromo dilinde birkaç Hiibboo sorusu içeriyor.
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo.
Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati. Aman Tanrım. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan 'beekte ykn argatte' jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta'un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta'un tapha isaani itti fufu.
İndirdiğiniz için teşekkürler,
OROMNET Yazılım ve Uygulama Geliştirme PLC, Nekemte, Etiyopya
Yükleyen
Christian Camano
Gereken Android sürümü
Android 4.4+
Kategori
Bildir
Last updated on Nov 1, 2023
Minor bug fixes and improvements. Install or update to the newest version to check it out!
HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo
3.4 by OromNet Software and Application Development
Nov 1, 2023