HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo


3.51 przez OromNet Software and Application Development
Aug 15, 2024 Stare wersje

O HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo

Hiibboo to tradycyjna doustna gra logiczna, w którą Oromo grają dla zabawy

Hiibboo jest prawie odpowiednikiem Riddle w języku angielskim :) Hiibboo lub Riddle to forma gry w zgadywanie, która była częścią folkloru większości kultur od czasów starożytnych. Aplikacja zawiera kilka pytań Hiibboo w języku Afan Oromo.

Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo.

Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti.

Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaafii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan „beekte ykn argatte” jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta'un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta'un tapha isaanii itti fufu.

Dziękujemy za pobranie,

OROMNET Software and Application Development PLC, Nekemte, Etiopia

Dodatkowe informacje GRA

Ostatnia Wersja

3.51

Przesłane przez

يوسف العزاوي

Wymaga Androida

Android 5.0+

Available on

Pokaż więcej

Use APKPure App

Get HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo old version APK for Android

Pobierz

Use APKPure App

Get HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo old version APK for Android

Pobierz

Gry takie jak HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo

Zdobądź wiecej z OromNet Software and Application Development

Odkryć