HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo


3.51 by OromNet Software and Application Development
2024年08月16日 歷史版本

關於HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo

Hiibboo是傳統口服健腦益智遊戲由奧羅莫人的樂趣發揮

Hiibboo 幾乎相當於英語中的 Riddle :) Hiibboo 或 Riddle 是一種猜謎遊戲,自古以來就已成為大多數文化的民間傳說的一部分。該應用程序包含幾個阿凡奧羅莫語的 Hiibboo 問題。

Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo。

Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti。

Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati。 Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta'an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa。 Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha。 Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta'un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta'un tapha isaanii itti fufu。

謝謝你的下載,

OROMNET 軟件和應用程序開發公司,埃塞俄比亞內肯特

更多遊戲信息

最新版本

3.51

上傳者

يوسف العزاوي

系統要求

Android 5.0+

Available on

更多

下載 APKPure App

可在安卓獲取HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo的歷史版本

下載

下載 APKPure App

可在安卓獲取HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo的歷史版本

下載

HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo相似遊戲

OromNet Software and Application Development 開發者的更多應用

最新發現