Walaloo Harmee - Mother Poems
O Walaloo Harmee - Mother Poems
Walaloo Harmee - Walaloo Haadhaa
Haati hunda seekyaaf baay'ee kan faayamtedha, Namni haadha ofii jabeessee ni jaalata. Tarii kanaaf ta'uu danda'a amantii fi hawaasa hunda keessatti namni ijoo kabajamuu qabu yoo jiraate Harmee dha. sana booda abbaa fi firoottan biroo akka ta'e himama. Yeroo tokko tokko haadha areya jaalala akkamii akka jaalannu ibsuun nu rakkisa, sana booda walaloo miira Keeya ibsu barbaanna ta'a. Jaalala Haadhaa Walaloon ibsuun namoota hedduu biratti baay'ee beekamaa fi filatamaa kan ta'eedha. Kanaarraa ka'uun; nutis mosaajii „Walaloo Harmee” Afaan Oromootin qophaaye kan jalqabaa dhiheessinee jirra.
Walaloo Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:
Oolmaa guguddaa qabda
Boqonnaa z dhorkitu
Namuummaadha baate
Guddistee Nama Goote
Gatii Harma keetii
Waa'een isii jabaadha
Jecha sigitu dhabe
Gammachuu koo fudhu
Seenaan kee baay'eedha
Czy himuu dhugaa kee?
Dhiiga keerraan argame
Ati furtuu jireenyati
Ati Eenyumaan oli
Imimmaanin sirraa haqa
Garaan kee arjaadha
Rakkoo koof rakkatta
Dhibbaaf shan rukuta
Haadha też hin yaadin
Akeektuu galma kootii
Waanuma chętna barreessa
What's new in the latest 4.0
Informacje Walaloo Harmee - Mother Poems APK
Stare wersje Walaloo Harmee - Mother Poems
Walaloo Harmee - Mother Poems 4.0
Walaloo Harmee - Mother Poems 3.0
Walaloo Harmee - Mother Poems 2.0
Walaloo Harmee - Mother Poems 1.0
Superszybkie i bezpieczne pobieranie za pośrednictwem aplikacji APKPure
Jedno kliknięcie, aby zainstalować pliki XAPK/APK na Androidzie!