Walaloo Harmee - Mother Poems
16.3 MB
Dimensione
Android 5.0+
Android OS
Informazioni su Walaloo Harmee - Mother Poems
Walaloo Harmee - Walaloo Haadhaa
Haati hunda acuteyaaf baay'ee kan faayamtedha, Namni haadha ofii jabeessee ni jaalata. Tarii kanaaf ta'uu danda'a amantii fi hawaasa hunda keessatti namni ijoo kabajamuu qabu yoo jiraate Harmee dha. sana booda abbaa fi firoottan biroo akka ta'e himama. Yeroo tokko tokko haadha acuteya jaalala akkamii akka jaalannu ibsuun nu rakkisa, sana booda walaloo miira acuteya ibsu barbaanna ta'a. Jaalala Haadhaa Walaloon ibsuun namoota hedduu biratti baay'ee beekamaa fi filatamaa kan ta'eedha. Kanaarraa ka'uun; nutis mosaajii "Walaloo Harmee" Afaan Oromootin qophaaye kan jalqabaa dhiheessinee jirra.
Walaloo Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:
Oolmaa guguddaa qabda
Boqonnaa di dhorkite
Namuummaadha baate
Guddistee nama goote
Gatii Harma keetii
Waa'een isii jabaadha
Jecha sigitu dhabe
Gammachuu koo fudhu
Seenaan kee baay'idha
Siif himuu dhugaa kee?
Dhiiga keerraan argame
Ati furtuu jireenyati
Ati Eenyumaan oli
Imimmaanin sirraa haqa
Garaan kee arjaadha
Rakkoo koof rakkatta
Dhibbaaf shan rukuta
Haadha troppo hin yaadin
Akeektuu galma kootii
Waanuma appassionata barreessa
What's new in the latest 4.0
Informazioni sull'APK Walaloo Harmee - Mother Poems
Vecchie versioni di Walaloo Harmee - Mother Poems
Walaloo Harmee - Mother Poems 4.0
Walaloo Harmee - Mother Poems 3.0
Walaloo Harmee - Mother Poems 2.0
Walaloo Harmee - Mother Poems 1.0
Download super veloce e sicuro tramite l'app APKPure
Basta un clic per installare i file XAPK/APK su Android!