Afaan Oromoo Baradhaa

Abdisa Jara
17/06/2016
  • 2.5 MB

    Размер файла

  • Android 2.2+

    Android OS

Oписание Afaan Oromoo Baradhaa

Appilikeeshiinni Кун Seerluga Afaan Oromoo кан barsiisuudha

It is Mobile application used to teach how any body through out the world can read, write and speak Afan Oromo in Grammatical way. So that, this application plays its great role for the development of Afan Oromo Language.

Afaan Oromoo Mobile Appilikeeshiiniin kan hojjatameef Ummatni Oromoo Hundi Addunyaa guutuu irra jiran Bakka Jiranitti Seerluga Afaan isaanii sirri hubachiisuun, Namni kamuu waan fedhe seeraan barreessuu, dubbisuu fi dubbachuu akka danda'u ni taasisa Jedhameeti.

Kanaafuu hundi keenya Afaan Kenya sirritti Beekuun Dirqama, Sababnisaa:

AFAAN MALLATTOO DHA!

ЕщёСкрыть

Что нового в последней версии 1.3

Last updated on 2016-06-18
Appilikeeshiina kana keessatti Barreeffamni hedduun sirrateera, qabiyyeen tokko tokkos itti dabalameera, barreeffamni tokko tokko cinaa tokkoo hanga cinaa kaanii gahuun hin muldhannes keessatti sisiqanii barreeffamaniiru, akka hubannoof tolutti tarreeffameera.
ЕщёСкрыть

Старые Версии Afaan Oromoo Baradhaa

Супер Быстрая и Безопасная Загрузка через Приложение APKPure

Один клик для установки XAPK/APK файлов на Android!

Скачать APKPure