Кадханнаа Галата Гуфтаа Кан Йеру Хундаа
Galanni gooftaa kann yeroo hundaa kun wiixataa hangaa sanbataa guddaatti kadhannaa kadhattamu hundaa kan keessa qabudha. Kadhannaaf namoota hundaafi bakka jiraan maraati akka itti fayyadamu danda'annif immoo fedhaa waaqayyoo ta'ee sagalee wajjiin waan qophaa'eef namootni hundii haalla kadhannaaf tolun kadhachuu, galateeffachu akkadmaumas'andachuni waqayyoon ittin. Anis приложение кана gaafan hojjedhe isiin biraan ga'uu keessi koo baay'ee itti gammadadha. Waan gaarii hojjechu, takkummaan waan guddaa hojjeechu miti. Adeemsan ta'aa waan ta'eef gara fulduraattis fedhaa waaqayyoo ta'ee app biraas itti fufuun nan hojjedha. Галанни Ваакайюф хаа та'у. Waaqayyoon bakka jirtan hundaatti isin haa eebbisuu!