Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu

Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu

Robsan Mako
Nov 4, 2019
  • 10.5 MB

    Dateigröße

  • Android 4.0.3+

    Android OS

Über Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu

Multifunktional und benutzerfreundliche Afan Oromo Bibel App für Ihr Android-Gerät

Fast 120 Jahre nach der Übersetzung der Bibel in Afan Oromo durch Onesmus Nesib und der ersten gedruckten Afaan Oromoo-Bibel auf Papier änderte sich die Art und Weise, wie Menschen die Bibel lesen, radikal. Heutzutage verwendet fast jeder mobile Geräte, um die Bibel zu lesen. Unter Berücksichtigung dieser Tatsache bieten wir diese trendige Bibel-App für Ihr Android-Gerät an. Installieren Sie es auf Ihrem Android-Gerät und nehmen Sie es überall hin mit und genießen Sie Ihre Bibel!

Gott segne dich!

Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.

Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (Digital Age) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobilgerät) tti fayyadamu.

Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (UNION OF OROMO EVANGELICAL CHURCHES OF EUROPE, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbistoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiyeessinu gammachuu guddaatuu

Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:

- Luqqisii Guyyaa

- Radio Warra Wangeelaa

- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo

- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u

- Baafata Luqqisii fi k.k.f

Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.

Waaqayyo isin haa Eebbisu!

Mehr anzeigen

What's new in the latest 1.0.2

Last updated on 2019-11-04
This Application Enables Users to:
- Read And Use Afaan Oromoo Bible
- Get a Daily verse with and without internet
- Get access to "Radio Warra Wangeelaa"
- Get a list of Afaan Oromoo Gospel songs lyrics
- Pick verses related to a topic they need and etc.
Mehr anzeigen

Videos und Screenshots

  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu Plakat
  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu Screenshot 1
  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu Screenshot 2
  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu Screenshot 3
  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu Screenshot 4
  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu Screenshot 5
  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu Screenshot 6
  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu Screenshot 7

Alte Versionen von Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu

APKPure Zeichen

Superschnelles und sicheres Herunterladen über die APKPure-App

Ein Klick zur Installation von XAPK/APK-Dateien auf Android!

Download APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies