Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu

Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu

Robsan Mako
Nov 4, 2019
  • 10.5 MB

    Saiz Fail

  • Android 4.0.3+

    Android OS

Mengenai Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu

app Afan Oromo Alkitab mesra pelbagai fungsi dan pengguna untuk peranti Android anda

Hampir 120 tahun selepas terjemahan bible ke dalam Afan Oromo oleh Onesmus Nesib dan Bible Afaan Oromoo yang pertama dicetak di atas kertas, cara orang membaca Holy Bible berubah secara radikal. Kini, hampir semua orang menggunakan peranti mudah alih untuk membaca Bible. Mengambil kira fakta ini, kami menawarkan aplikasi Alkitab yang bergaya ini untuk peranti android anda. Pasang pada peranti android anda dan bawa bersama anda ke mana sahaja anda pergi dan nikmati bible anda!

Tuhan merahmati kamu!

Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.

Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (Zaman Digital) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (Peranti Mudah Alih) tti fayyadamu.

Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (UNION OF OROMO EVANGELICAL CHURCHES OF EUROPE, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbistoota' gaachuatti nua dubbistoota' gaachuatti nua dubbistoota' gaachuatti yaad.

Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:

- Luqqisii Guyyaa

- Radio Warra Wangeelaa

- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo

- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u

- Baafata Luqqisii fi k.k.f

Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.

Waaqayyo isin haa Eebbisu!

Tunjukkan Lagi

What's new in the latest 1.0.2

Last updated on 2019-11-04
This Application Enables Users to:
- Read And Use Afaan Oromoo Bible
- Get a Daily verse with and without internet
- Get access to "Radio Warra Wangeelaa"
- Get a list of Afaan Oromoo Gospel songs lyrics
- Pick verses related to a topic they need and etc.
Tunjukkan Lagi

Video dan tangkapan skrin

  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu penulis hantaran
  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu syot layar 1
  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu syot layar 2
  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu syot layar 3
  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu syot layar 4
  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu syot layar 5
  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu syot layar 6
  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu syot layar 7
APKPure ikon

Muat Turun Super Pantas dan Selamat melalui Apl APKPure

Satu klik untuk memasang fail XAPK/APK pada Android!

Muat Turun APKPure
thank icon
Kami gunakan kuki dan teknologi yang lain pada laman web ini untuk menambah baik pengalaman anda.
Dengan klik mana-mana pautan pada halaman ini, anda bersetuju dengan Dasar Privasi dan Dasar Kuki kami.
Baca Yang Selanjutnya