Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu

Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu

Robsan Mako
Nov 4, 2019
  • 10.5 MB

    File Size

  • Android 4.0.3+

    Android OS

About Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu

Multi functional and user friendly Afan Oromo Bible app for your Android device

Nearly 120 years after the translation of bible into Afan Oromo by Onesmus Nesib and the first printed Afaan Oromoo Bible on paper, the way people reads Holy Bible changed radically. Now a days, almost everybody uses mobile devices to read the bible. Taking into consideration this fact, we offer this trendy Bible app for your android device. Install on your android device and take it with you wherever you go and enjoy your bible!

God Bless You!

Onesmoos Nasiib namni biyya Oromoo bara 1899tti Macaafa Qulqulluu Afaan Oromootti hiikee maxxansiisuudhaan saba Oromootiin ga'ee sabni keenya sagalee Waaqayyoo afaan isaatiin akka inni dubbifatu godhe.

Waggaa 120 booda, bara Dijitaalaa (Digital Age) jedhamuu dhaan beekamu jaarraa 21ffaa keessa akka itti ilmaan namootaa waa dubbifatan jijjiiramaa dhufe. Har'a namoonni waa dubbisuu dhaaf meeshaa harkatti baatamu (Mobile Device) tti fayyadamu.

Kana hubannaa keessa galchuudhaan karaa TOKKUMMAA WALDOOTII OROMOO WANGEELAA AWUROOPPAA (UNION OF OROMO EVANGELICAL CHURCHES OF EUROPE, UOECE) Applikeeshinii Andriod Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo kana dubbistoota jaarraa 21ffaaf yeroo dhiyeessinu gammachuu guddaatu nutti dhagaa'ama.

Aplikeeshinii kanaan Macaafa Qulqulluu dubbisuutti dabalee:

- Luqqisii Guyyaa

- Radio Warra Wangeelaa

- Walaloo Faarfannoota Afaan Oromoo

- Beeksisa Sagantaa hafuuraa yeroo yerootti ba'u

- Baafata Luqqisii fi k.k.f

Fayyadamuu dhaan akka itti eebbifamtan abdii qabna.

Waaqayyo isin haa Eebbisu!

Show More

What's new in the latest 1.0.2

Last updated on 2019-11-04
This Application Enables Users to:
- Read And Use Afaan Oromoo Bible
- Get a Daily verse with and without internet
- Get access to "Radio Warra Wangeelaa"
- Get a list of Afaan Oromoo Gospel songs lyrics
- Pick verses related to a topic they need and etc.
Show More

Videos and Screenshots

  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu poster
  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu screenshot 1
  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu screenshot 2
  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu screenshot 3
  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu screenshot 4
  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu screenshot 5
  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu screenshot 6
  • Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu screenshot 7

Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu APK Information

Latest Version
1.0.2
Android OS
Android 4.0.3+
File Size
10.5 MB
Developer
Robsan Mako
Safe & Fast APK Downloads on APKPure
APKPure uses signature verification to ensure virus-free Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu APK downloads for you.

Old Versions of Oromo Bible -Macaafa Qulqulluu

APKPure icon

Super Fast and Safe Downloading via APKPure App

One-click to install XAPK/APK files on Android!

Download APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies