Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo
Über Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo
Hiibboo Afaan Oromoo
'Hiibboo' ist fast äquivalent zu Rätsel auf Englisch. Hiibboo oder Rätsel ist eine Form des Ratespiels, die seit der Antike Teil der Folklore der meisten Kulturen war. Die App enthält über 75 Hiibboo-Fragen in Afan Oromo-Sprache.
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.
Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta'an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan 'beekte ykn argatte' jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta'un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta'un tapha isafuanii.
What's new in the latest 8.7.3z
Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo APK -Informationen
Alte Versionen von Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo
Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo 8.7.3z
Laden Sie die APKPure-App herunter, um mehr Spielbelohnungen und Rabatte zu erhalten
Ein Klick zur Installation von XAPK/APK-Dateien auf Android!