Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo
Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo hakkında
Hiibboo Afaan Oromoo
'Hiibboo', neredeyse İngilizce'deki Riddle ile eşdeğerdir. Hiibboo veya Riddle, eski çağlardan beri çoğu kültürün folklorunun bir parçası olan bir tahmin oyunu biçimidir. Uygulama, Afan Oromo dilinde 75'in üzerinde Hiibboo soru içeriyor.
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.
Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan "beekte ykn argatte" jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.
What's new in the latest 8.7.3z
Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo APK Bilgileri
Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo'in eski sürümleri
Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo 8.7.3z
Daha fazla oyun ödülü ve indirimler için APKPure uygulamasını indirin
XAPK/APK dosyalarını Android'e yüklemek için tek tıkla!