Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo
关于Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo
Hiibboo Afaan Oromoo
'Hiibboo'几乎相当于英语中的Riddle。Hiibboo或Riddle是一种猜谜游戏,自古以来一直是大多数文化民间传说的一部分。该应用程序包含超过75个阿凡·奥罗莫语言的Hiibboo问题。
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko。
Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'aatiin hrillibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti。
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati。Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta'an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa。Namni gaafatamu suniswantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii Godha。Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta'un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta'untapha isani.
最新版本8.7.3z的更新日志
Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo APK信息
Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo历史版本
Tapha: Hiibboo Afaan Oromoo 8.7.3z
下载APKPure客户端,获得更多游戏奖励和折扣
一键安装安卓XAPK/APK文件!