Saayinsii walii galaa kutaa 7

Saayinsii walii galaa kutaa 7

BeckyTech
Jan 11, 2024
  • 31.4 MB

    Taille de fichier

  • Android 5.0+

    Android OS

À propos de Saayinsii walii galaa kutaa 7

App'n Kun Kitaaba Saayinsii Waliigalaa Kutaa 7ffaatti

App'n kan haalla salphaafi namaatti tolun yeroo hojjenne isiniif dhiyeessinu baay'ee gammadna. App'n kana keessattis immoo wantii isiin argitaan hundii kitaaba wajjiin wal qixeedha.

Saayinsii akka qaama beekumsaa, adeemsoonnifi gochaaleen qaama beekumsichaa saayinsii gabbisuuf fayyaduutti hiikuun ; dameewwan saayinsii uumamaa addaan baasuun hariiroo isaan gidduu jiru ni ibsita ;

Dhiibbaa gaariifi badaa hojiirra olmaa saayinsiifi teeknoolojiin jireenya kee irratti, jireenya nama biroo irrattiifi naannoo irratti qabu ni ibsita ;

Saayinsiifi teeknoolojiin addunyaa hubachuu keessatti gaheefi gumaacha qaban ni dinqisiifatta ;

Fakkeenya saayintistoota beekamoo addunyaafi Itoophiyaa ; saayinsiifi teeknoloojii keessatti gumaacha taasisaniifi waan isaan gumaachan ni ibsita ;

Faayidaa duudhaaleen saayinsaawaa murtee kennuufi rakkoo hiikuu keessatti qaban ni ibsita ;

Akkaataa saayinsiifi teeknoloojiin ; amantaalee, barmaatilleefi akkaataa yaaduu nama tokkoo irratti dhiibbaa qaban ni ibsita ;

Meeshaalee daawwanaa, safaraafi walqabsiisuuf fayyadan kanneen akka maayikirooskoppii, meeshaalee yaalii, daawwitiiwwanifi leensiiwwan goobaafi golbaa filachuun itti fayyadamta ;

Yaaliiwwan dalaguufi meeshaalee yommuu itti fayyadamtu ofeeggannoo mana yaalii ofiifis ta'ee namoota birootiif xiyyeeffannaa nikennita ;

Argannoowwan qorachuufi bu'aa argannoo ibsuu keessatti garee waliin waliigalteen nihojjatta ;

Maddawwan garaagaraa fakkeenyaaf manneen kitaabaa, gaazexaawwan, namoota naannootti beekumsa qaban, muuxannoowwan naannoo, intarneetiifi kan kana fakkaatan fayyadamuun odeeffannoo walitti niqabatta ;

Mana yaalii keessatti yommuu hojjattu balaawwan uumamuu danda'an adda baasuun adeemsota ofeeggannoo sirrii ta'an hojii irra ni oolchita.

Voir plus

What's new in the latest 1.3

Last updated on 2024-01-12
Version 1.3 brings a host of enhancements:
Bugs have been eradicated, leading to a smoother experience.
Performance has been fine-tuned for optimal speed and efficiency.
Ads have been eliminated, providing an uninterrupted user experience.
The user interface has been refined for greater ease of use.
Voir plus

Vidéos et captures d'écran

  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 Affiche
  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 capture d'écran 1
  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 capture d'écran 2
  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 capture d'écran 3
  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 capture d'écran 4
  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 capture d'écran 5
  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 capture d'écran 6
  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 capture d'écran 7

Informations Saayinsii walii galaa kutaa 7 APK

Dernière version
1.3
Android OS
Android 5.0+
Taille de fichier
31.4 MB
Développeur
BeckyTech
Available on
Téléchargements APK sûrs et rapides sur APKPure
APKPure utilise la vérification de la signature pour garantir des téléchargements de Saayinsii walii galaa kutaa 7 APK sans virus pour vous.
APKPure icône

Téléchargement super rapide et sûr via l'application APKPure

Un clic pour installer les fichiers XAPK/APK sur Android!

Téléchargement APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies