Saayinsii walii galaa kutaa 7

Saayinsii walii galaa kutaa 7

BeckyTech
Mar 2, 2025
  • 21.3 MB

    Saiz Fail

  • Android 5.0+

    Android OS

Mengenai Saayinsii walii galaa kutaa 7

App'n Kun Kitaaba Saayinsii Waligalaa Kutaa 7ffaatti

App'n kan haalla salphaafi namaatti tolun yeroo hojjenne isiniif dhiyeessinu baay'ee gammadna. App'n kana keessattis immoo wantii isiin argitaan hundii kitaaba wajjiin wal qixeedha.

Saayinsii akka qaama beekumsaa, adeemsoonnifi gochaaleen qaama beekumsichaa saayinsii gabbisuuf fayyaduutti hiikuun; dameewwan saayinsii uumamaa addan baasuun hariiroo isaan gidduu jiru ni ibsita;

Dhiibbaa gaariifi badaa hojiirra olmaa saayinsiifi teeknoolojiin jireenya kee irratti, jireenya nama biroo irrattiifi naannoo irratti qabu ni ibsita;

Saayinsiifi teeknoolojiin addunyaa hubachuu keessatti gaheefi gumaacha qaban ni dinqisiifatta;

Fakkeenya saayintistoota beekamoo addunyaafi Itoophiyaa; saayinsiifi teeknoloojii keessatti gumaacha taasisaniifi waan isaan gumaachan ni ibsita;

Faayidaa duudhaaleen saayinsaawaa murtee kennuufi rakkoo hiikuu keessatti qaban ni ibsita;

Akkaataa saayinsiifi teeknoloojiin; amantaalee, barmaatilleefi akkaataa yaaduu nama tokkoo irratti dhiibbaa qaban ni ibsita;

Meeshaalee daawwanaa, safaraafi walqabsiisuuf fayyadan kanneen akka maayikirooskoppii, meeshaalee yaalii, daawwitiiwwanifi leensiiwwan goobaafi golbaa filachuun itti fayyadamta;

Yaaliiwwan dalaguufi meeshaalee yommuu itti fayyadamtu ofeeggannoo mana yaalii ofiifis ta’ee namoota birootiif xiyyeeffannaa nikennita;

Argannoowwan qorachuufi bu’aa argannoo ibsuu keessatti garee waliin waliigalteen nihojjatta;

Maddawwan garaagaraa fakkeenyaaf manneen kitaabaa, gaazexaawwan, namoota naannootti beekumsa qaban, muuxannoowwan naannoo, intarneetiifi kan kana fakkaatan fayyadamuun odeeffannoo walitti niqabatta;

Mana yaalii keessatti yommuu hojjattu balaawwan uumamuu danda’an adda baasuun adeemsota ofeeggannoo sirrii ta’an hojii irra ni oolchita.

Tunjukkan Lagi

What's new in the latest 1.4

Last updated on 2025-03-02
The new release features updated SDK libraries, improvements to user experience paradigms, remediation of previously identified bugs, and significant performance optimizations.
Tunjukkan Lagi

Video dan tangkapan skrin

  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 penulis hantaran
  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 syot layar 1
  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 syot layar 2
  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 syot layar 3
  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 syot layar 4
  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 syot layar 5
  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 syot layar 6
  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 syot layar 7
APKPure ikon

Muat Turun Super Pantas dan Selamat melalui Apl APKPure

Satu klik untuk memasang fail XAPK/APK pada Android!

Muat Turun APKPure
thank icon
Kami gunakan kuki dan teknologi yang lain pada laman web ini untuk menambah baik pengalaman anda.
Dengan klik mana-mana pautan pada halaman ini, anda bersetuju dengan Dasar Privasi dan Dasar Kuki kami.
Baca Yang Selanjutnya