Saayinsii walii galaa kutaa 7

Saayinsii walii galaa kutaa 7

BeckyTech
Mar 2, 2025
  • 21.3 MB

    Rozmiar Pliku

  • Android 5.0+

    Android OS

O Saayinsii walii galaa kutaa 7

App'n Kun Kitaaba Saayinsii Waliigalaa Kutaa 7ffaatti

Aplikacja może haalla salphaafi namaatti tolun yeroo hojjenne isiniif dhiyeessinu baay'ee gammadna. App'n kana keessattis immoo wantii isiin argitaan hundii kitaaba wajjiin wal qixeedha.

Saayinsii akka qaama beekumsaa, adeemsoonnifi gochaaleen qaama beekumsichaa saayinsii gabbisuuf fayyaduutti hiikuun; dameewwan saayinsii uumamaa addaan baasuun hariiroo isaan gidduu jiru ni ibsita;

Dhiibbaa gaariifi badaa hojiirra olmaa saayinsiifi teeknoolojiin jireenya kee irratti, jireenya nama biroo irrattiifi naannoo irratti qabu ni ibsita;

Saayinsiifi teeknoolojiin addunyaa hubachuu keessatti gaheefi gumaacha qaban ni dinqisiifatta;

Fakkeenya saayintistoota beekamoo addunyaafi Itoophiyaa; saayinsiifi teeknoloojii keessatti gumaacha taasisaniifi waan isaan gumaachan ni ibsita;

Faayidaa duudhaaleen saayinsaawaa murtee kennuufi rakkoo hiikuu keessatti qaban ni ibsita;

Akkaataa saayinsiifi teeknoloojiin; amantaalee, barmaatilleefi akkaataa yaaduu nama tokkoo irratti dhiibbaa qaban ni ibsita;

Meeshaalee daawwanaa, safaraafi walqabsiisuuf fayyadan kanneen akka maayikirooskoppii, meeshaalee yaalii, daawwitiiwwanifi leensiiwwan goobaafi golbaa filachuun itti fayyadamta;

Yaaliiwwan dalaguufi meeshaalee yommuu itti fayyadamtu ofeeggannoo mana yaalii ofiifis ta’ee namoota birootiif xiyyeeffannaa nikennita;

Argannoowwan qorachuufi bu’aa argannoo ibsuu keessatti garee waliin waliigalteen nihojjatta;

Maddawwan garaagaraa fakkeenyaaf manneen kitaabaa, gaazexaawwan, namoota naannootti beekumsa qaban, muuxannoowwan naannoo, intarneetiifi kan kana fakkaatan fayyadamuun odeeffannoo walitti niqabatta;

Mana yaalii keessatti yommuu hojjattu balaawwan uumamuu danda’an adda baasuun adeemsota ofeeggannoo sirrii ta’an hojii irra ni oolchita.

Pokaż więcej

What's new in the latest 1.4

Last updated on 2025-03-02
The new release features updated SDK libraries, improvements to user experience paradigms, remediation of previously identified bugs, and significant performance optimizations.
Pokaż więcej

Filmy i zrzuty ekranu

  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 plakat
  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 screenshot 1
  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 screenshot 2
  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 screenshot 3
  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 screenshot 4
  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 screenshot 5
  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 screenshot 6
  • Saayinsii walii galaa kutaa 7 screenshot 7
APKPure ikona

Superszybkie i bezpieczne pobieranie za pośrednictwem aplikacji APKPure

Jedno kliknięcie, aby zainstalować pliki XAPK/APK na Androidzie!

Pobierz APKPure
thank icon
We use cookies and other technologies on this website to enhance your user experience.
By clicking any link on this page you are giving your consent to our Privacy Policy and Cookies Policy.
Learn More about Policies